Qabeenya Barnoota Afaan Oromoo
Kaarikulamiin Workshop Geggeessitoota Guddisuu kutaa ja’a qabu fakkiiwwanii fi giraafiksii salphaa fayyadamuun yaad-rimeewwan macaafa qulqulluu barbaachisoo ta’an barsiisa. Kaarikulamiin kun kutaa Macaafa Qulqulluu keessatti Seera Uumamaa fi Mul’ata gidduu jiru hunda kan hammatudha. Innis salphaatti hubatamuu fi itti fayyadamuuf salphaa ta’ee kan qophaa’edha. Kana jechuun paastarootaa fi geggeessitoota mana barumsaa Macaafa Qulqulluu dhaquu hin dandeenyeen itti fayyadamuu ni danda’u. Garuu kana jechuun kaarikulamiin kun salphaadha jechuu miti. Ti'ooloojii macaafa qulqulluu badhaadhaa barsiisuuf kan yaadamedha. Paastarootaa fi geggeessitoota hundaaf ni fayyada.
Tarree Ergaa Keenyaatti makamaa
Odeeffannoo Itti Fufaatii
We regularly send out information on new resources available to help the church and on the work Hands to the Plow is doing.





