Qabeenyi barsiisaa keenya Paastarootaa fi geggeessitoonni yeroo isaan Dubbii Waaqayyoo qo’atan, lallaban, fi barsiisan gargaaruuf kan qophaa’edha. Meeshaan kun akka salphaatti hubatamuu fi itti fayyadamuuf salphaa taʼetti kan qophaaʼedha. Kana jechuun qabeenya kana paastarootaa fi geggeessitoota mana barumsaa Macaafa Qulqulluu dhaquu hin dandeenyeen itti fayyadamuu ni danda’u jechuudha.
Hoggantoota Guddisuu
Kaarikulamiin kutaa jaha qabu kun fakkiiwwanii fi jechoota tokkoon tokkoon kutaa Macaafa Qulqulluu keessatti mata dureewwan gurguddoo barsiisa.
Qajeelfama Lallaba
Kitaabonni kun paastarootaa fi geggeessitoonni kutaa Caaffata Qulqullaa’oo tokko of eeggannoodhaan akka qoratan gargaaruuf kan qophaa’aniidha.
Qabeenya Dabalataa
Barreeffamoota, qo’annoo Macaafa Qulqulluu fi meeshaalee ijoollee dabalatee qabeenya biroo waldaadhaaf qoradhu.
Afaan kee hin argitu?
Afaan kee hin argitu? Sabni Waaqayyoo afaan garaa garaa hedduu dubbatu. Afaanonni kun hundi—fi gareewwan namootaa isaan waliin hidhata qaban—barbaachisoodha. Meeshaaleen kun afaan keessan isa jalqabaatiin akka hiikaman arguu yoo barbaaddan nu qunnamaa.
Tarree Ergaa Keenyaatti makamaa
Odeeffannoo Itti Fufaatii
We regularly send out information on new resources available to help the church and on the work Hands to the Plow is doing.