Qabeenya Barnoota Afaan Oromoo

Developing Leaders Biblical Theology - 4C logo

Kaarikulamiin Workshop Geggeessitoota Guddisuu kutaa ja’a qabu fakkiiwwanii fi giraafiksii salphaa fayyadamuun yaad-rimeewwan macaafa qulqulluu barbaachisoo ta’an barsiisa. Kaarikulamiin kun kutaa Macaafa Qulqulluu keessatti Seera Uumamaa fi Mul’ata gidduu jiru hunda kan hammatudha. Innis salphaatti hubatamuu fi itti fayyadamuuf salphaa ta’ee kan qophaa’edha. Kana jechuun paastarootaa fi geggeessitoota mana barumsaa Macaafa Qulqulluu dhaquu hin dandeenyeen itti fayyadamuu ni danda’u. Garuu kana jechuun kaarikulamiin kun salphaadha jechuu miti. Ti'ooloojii macaafa qulqulluu badhaadhaa barsiisuuf kan yaadamedha. Paastarootaa fi geggeessitoota hundaaf ni fayyada.

Akkaataa itti fayyadama Developing Leaders Material jedhu irratti viidiyoo gabaabaa ilaalaa:

Seensa

Amma Dubbisaa

SEERA

Amma Dubbisaa

RAAJOTA

Amma Dubbisaa

CAAFFATOOTA

Amma Dubbisaa

Wangeelaa fi Hojii Ergamootaa

Amma Dubbisaa

Xalayaa Kakuu Haaraa

Amma Dubbisaa

MUL’ATA

Amma Dubbisaa

Tarree Ergaa Keenyaatti makamaa

Odeeffannoo Itti Fufaatii

Yeroo hunda qabeenya haaraa waldaa gargaaruuf jiran irratti odeeffannoo ergina. Kunis odeeffannoo hiikkaawwan haaraa argaman kan dabalatudha. Akkasumas akkaataa meeshaaleen itti fayyadamaa jiran irratti odeeffannoo haaraa ergina.